Nesru Michael Guyyaan naaf darba je'ee hin yaanne

By Nesru Michael
15th December, 2025

Event Details:

Dhalli namaa kun maaliif akkana rakkisaa ta'e garuu?"


Qorataan hawaa (astronomer) yeroo jalqabaaf addeessa kore lammiin Russia uri Gagarin gaafa addeessa koree deebi'u... (Addeessa yeroo jalqabaaf itti dhiyeenyaan nama ilaaleedha, lafas irraa fageenyaan yeroo jalqabaaf nama ilaaleedha).


Yeroo achii deebi'utti wanti inni baayyee dinqisiifate.. "lafa kana kutaa tokko soviate Russia, kutaa biraa immoo china, America, africa, jedhee achirra dhaabbatee ilaalee adda baasuu dadhaabuu isaati. Kanaaf addunyaan kunis akkuma addeessi ifaan guutamtee nuti aginutti mullatti.


Ificha arguuf fageenyarra dhaabbachuu nu barbaachisa. Sababni isaas, ifni aduu gaafa itti calaqqisuudha kan nuti ificha arguu dandeenyu jedha...." Uri Gagarin"Malee Akka nuti sabaan, gandaan, lagaan, bifaan qabeenyaan, beekumsaan, dandeettiin, bareedinaan.... qoqqoonnee ilaallu kana miti addunyaan nuti keessa jirru." jedha Uri GagarinNesru Michael

Event Location

Categories:

Nesru michael

Tags:

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

IMPORTANT NOTICE
DISCLAIMER

This website was created by a user of Websites.co.in, a free instant website builder. Websites.co.in does NOT endorse, verify, or guarantee the accuracy, safety, or legality of this site's content, products, or services. Always exercise caution do not share sensitive data or make payments without independent verification. Report suspicious activity by clicking the report abuse below.

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support