Nesru Michael Guyyaan jiraannu hedduu fakkaata

Nesru Michael “Itoophiyaannesru-michael-guyyaan-jiraannu-hedduu-fakkaata-008484800-1765732238.png ittifayyadama Artifiishaal Italajansiitiin jalqabbii gaariirra jirti”

- Kaabiilaa Hayilee Sobbooqaa (Ogeessa ‘AI’) 
***
Gaazexaa Bariisaa
Finfinnee: Artifiishaal Italajansii (‘AI’) hojii salphisuu, yeroofi humna namaa qusachuun tajaajiloota si’ataafi qulqullina qabu kennuufi jireenya hawaasaa mijeessuu keessatti gumaacha olaanaa qabaata.

Biyyoonni guddatan kanneen akka Ameerikaa, Chaayinaafi Awurooppaa teknolojichatti fayyadamaa jiraachuufi Itoophiyaatti jalqabbii gaariirratti akka argamu ogeessi ‘AI’ Kaabiilaa Hayilee ibse. 

Yunivarsitii ‘Texas’tti AIn digrii sadaffaa barachaa kan jiru Dargaggoo Kaabiilaan ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaaf kenneen Itoophiyaatti ittifayyadamni teknolojichaa jalqabbii gaariirra jiraachuuu ibseera. AI sektaroota gara garaa mootummaatti tajaajila kennaa jiraachuus eereera.

Teknolojicha namoota barataniifi magaalota guguddoo keessa jiraatan muraasni fayyadamaa waan jiraniif babal’isasaarratti hojii baay’een makka hafus dubbateera.

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

IMPORTANT NOTICE
DISCLAIMER

This website was created by a user of Websites.co.in, a free instant website builder. Websites.co.in does NOT endorse, verify, or guarantee the accuracy, safety, or legality of this site's content, products, or services. Always exercise caution do not share sensitive data or make payments without independent verification. Report suspicious activity by clicking the report abuse below.

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support